QORANNOO HPV KEESSAN AKKAMITTI AKKA FUDHATTAN
Fakkiileen Cancer Council Victoria eyyamsiisudhaan baayyisaman
GULANTAA TOKKO
GULANTAA LAMA
GULANTAA SADI
GULANTAA AFUR
• Uffata jalatti uffattan gadi siksaa
• Akka isinitti tolutti dhaabadhaa
• Qadaada diimtuu irraa baasun haxooftuu (swab) keessaa baasaa
• Haxooftuu (swab) sana hanga iddoo mallattoo diimaa gahutti qaama saalaa keessan keessa galchaa
• Haxooftuu (swab) si’a 1 hanga 3 sirriitti keessa naannessaa
• Haxooftuu (swab) qodaa isaa (tuubitti) deebisaa
• Sana booda haxooftuu (swab) baasaa
• Qodicha (tube) doktara yookiin narsii keessanitti deebisaa
• Yeroo baastan isdhukkubsuu hin qabu
• Gaaffii kamiyyuu yoo qabaattan dotara yookiin neersii keessan gaafadhaa
• Haxooftuu (swab) sana ilaalaa, mallattoo halluu diimaa gara fiixee iddoo lallaafatti dhiyaatuu isaa milikiteeffadhaa
FIIXEE LALLAAFAA
MALLATTOO DIIMAA
www.vcspathology.org.au
Ogeessi fayyaa keessan haxooftuu (swab) isiniif kenna Copyright Notice © 2020 VCS Foundation Ltd. (ACN 609 597 408) Barruun kun mirga barreeffamaatin kan ooogganamuu fi Seera Mirga Barreeffamaa Awustiraaliyaati eegamaadha. Mirgi barreeffamaa hundi eegamaadha. Barreeffama kana osoo qaamana mirgi barreeffamaa eegameef barreeffamaan hin eeyyamsiisin koppii gochuun yookin raabsun dhorkaa dha.
Corp-Mkt-Pub 117 V5